Genesis 21:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi waan Abrahamuuni jed'e, Much'afi tissiti teetile iyyaadiini, waan Saraani siini jette ch'ufa tolchi. Wonti akanatiifi atini Isaaqo ira ilmaani heddu argatta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo Abrahaamiin, «Waan garbitti'iitii fi waan daa'imaallee hin yaadin; waan Saaraan siin jettu maraa dhagayi; fiixaan kee Yisaaqiin waamama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo Abrahaamiin, «Marroo muca'aatii fi dubartii garbittii teetiitiif hin rakkatin; karaa Yisihaqiitiin sanyii ani waadaa sii gale waan qabaattuuf, waan Saaraan siin jettu mara godhi.