Genesis 21:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi boha much'aa d'agaye jennaani, malaikaani Waaqaa gubbaa Hajiriini dubbatte waan jette, Maanti akana si d'iba, Hajiri? Insodaatini, Waaqi boha much'a diqa ya d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee booyicha daa'imaa dhagaye; maleekkaan Rabbii Sami'ii Aggaariin waamee «Maal taate? Rabbi laagaa daa'imaa dhagayeeraa hin sodaatin;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqille iyya bowiisa muca'aa dhage'e; ergamaan Waaqaalle ol-gubba'aa Aggaar waamee, «Aggaar, maanti si rakkise? Hin sodaatin. Waaqi iyya bowiisa muca'aa dhage'eera.