Genesis 21:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafasi Abimelekifi guddaani askarti isaa, ka Fikoli jed'ani, woliini yaani gara Abrahamu d'aqani waan jed'aniini, Waan atini tolchitu ch'ufa keesa Waaqi si woliini jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san Abemelek jaalalloo isaa idaayyicha Akoozaatii fi bulchaa loltootaa Fikooliin woliin Abrahaamiin, «Waan gootu marattuu Rabbi si woliin jira;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san Abiimelek, ajajaa loltuu ifii Fikool woliin dhaqee, Abrahaamiin, «Waaqi waan ati hujju maraan si woliin jira.