Genesis 21:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni waan jed'eeni, Anini nama waan kana tolchu imbeekhu. Takale duraani nati inhimne, d'ageetiini tiyyaleeni ammuma.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abemelekillee, «Nama waan kana godhe ani hin beeku, atillee natti hin himne; anillee adhuma dhagaye malee haga adhaa hin dhageenne» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abiimelekille, «Kana ka godhe eennu akka te'e ani hin beeku; ati natti hin hinne; haga adhaalle ani hin dhageenne» jedhe.