Genesis 21:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Abrahamuuni maqa Isaaqo baaseefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaamillee ilma Saaraan deetteef maqaa isaa «Yisaaqi» jedhee itti baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam ilma Saaraan isaaf deette san, «Yisihaq» jedhee maqaa baase.