Genesis 21:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri wold'aqisa kana Beershebati woliini tolfate jennaani, Abimelekifi Fikoliini kaani lafa Filistiti galani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan lachuu Beersaabeehitti waadaa wolii galan; Abemelekii fi Akoozaat, bulchaan loltootaa Fikool ka'anii gara biyya Filisxeemii deebi'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaamii fi Abiimelek Bersheeba'atti wol gondooraneen duuba, Abiimelekii fi ajajaan loltootaa Fikool, ka'anee gara lafa Filisxeemotaa deebi'ane.