Genesis 21:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Abrahamuuni Beersheba keesati d'uurte oobre, fulla mukha suniti AABBO Waaqa, ka haga jiru jireenna jiru, yaamate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam Beersaabeehitti muka Tamirii dhaabee achitti maqaa Rabbii bara baraa waamee sagadeef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abrahaam Bersheeba'atti muka «Tamariiski» jedhamu tokko dhaabee, maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa bara baraa waammate.