Genesis 21:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Isaaqooni d'alate ganni Abrahamuu d'ibba toko.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam hennaa ilmi isaa Yisaaqi dhalatuuf umuriin isaa woggaa dhibba ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Yisihaq dhalate, Abrahaam nama woggaa dhibbaa ti.