Genesis 21:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Saraani waan jette, Waaqi yayu gammachuufi koblaani naa d'ufe. Nami ch'ufti, ka waan kana d'agaye, na woliini kobla.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saaraanillee, «Rabbi waan na gammachiisee na kolfisiisu naa kenne; ka waan kana dhagawu maruu sababaa kanaaf hin kolfa.» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saaraan, «Waaqi gammadaa fi kolla naaf fideera; nami waan kana dhage'e marti na woliin hin kolla» jette.