Genesis 21:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Iti darte waan jette, Eenuti sila Abrahamuuni, Saraani ijoolle inhoosifti jed'aani? Anini jaaruma isaa keesa ilma d'aleefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee, «Silaa eentu Abrahaamitti ‹Saaraan ilma deettee hoosifti› jedhee hima? amma ammo jaarruma keessa ilma dayeeraaf» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saaraan itti dabaltee, « ‹Saaraan Abrahaamiif ijoollee deettee hin hoositti fa'a› eentu jedheera? Ani ammoo bara dullummaa isaa keessa ilma deyeef» jette.