Genesis 21:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gurbaani guddate, harma ira kutani jennaani guyyuma suni Abrahamuuni jila guddo tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daa'imnillee guddatee harma gu'e; Abrahaam guyyaa Yisaaqi harma gu'u affeerraa guddaa godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mucaan guddatee, harma irraa gu'e; Abrahaam guyyaa Yisihaq harma irraa gu'e, jila guddoo godhe.