Genesis 22:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Waaqi Abrahamu laalate waan jed'eeni, Abrahamu! Abrahamuuni owaate waan jed'e, Ani kuno.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan kanniin maraan maayessa Rabbi Abrahaamiin qoree akkana jedheen, «Abrahaam!» jedhee waame; Abrahaamillee, «Yaa; kunoo as jira!» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun teeteen duuba, Waaqi Abrahaam haga ilaale. Inni, «Abrahaam!» jedhee waame. Abrahaamille, «Kunoo as jira» jedhe.