Genesis 22:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jetteeni, Woma tokole much'a intolchini, aka atini Waaqa sodaatu ya arge, waan atini much'a kanke tokocha na ind'owiiniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma kee hin tuqin; womaa isa hin godhin; waan ilma kee tokkocha na hin dhoogganneef akka Rabbiin sodaattu amma beekeera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraalle, «Mucaa hin tuqin yookiin waan tokkolle isa hin godhin; ati ilma keeti tokkochuma san waan naaf hin mararfatiniif, ani akka ati Waaqa sodaattu beekeera» jedhe.