Genesis 22:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani AABBO Waaqaa Abrahamu maro lameeso gubbaa yaamte waan jette,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee maleekkaan Rabbii Sami'ii Abrahaamiin waamee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Mootii Waan Maraa ol-gubbaa irraa yennaa lammeesso'oo Abrahaam waamee,