Genesis 22:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini maqa kiyyaani kakhad'a, aka guddise sii eebisu, waan atini waan kana guutte gurba kanke na ind'owatiiniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ani maqaa kiyyaan sii kakadha; ‹Guddisee si eebbisa› waan ati ilma kee tokkocha na hin dhoogganneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Waan Maraa, ‹Ati kana waan gooteef, ilma keeti tokkochuma sanille naaf waan hin mararfatiniif, ani maqaa kiyyaan kakadheera;