Genesis 22:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini inkakhad'a, aka ilmaani heddu ta aka biyye tana, yokhaani ta haga urji Waaqa gubbaa geetu, sii kennu. Ilmaani tanteleeni nyaapa ufii dabsatte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani dhugamaan eebba si eebbisa, hortee keellee akka urjii Sami'iitii fi akka xidhacha galaana biraa baay'isa; horteen kee qe'ee diintotaa dhaala.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani dhugumaan si hin eebbisa; sanyii teeti akka urjoota ol-gubba'aatii fi akka maansa abbaaya'aa hin baceessa. Isaan qachoota diinota ifii hin qabatan.