Genesis 22:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gochiti lafa tana ch'ufti maro ilmaani tetitiifi eeba argatti, waan atini dubbi tiyya d'ageeteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja kiyya waan dhageetteef baniin biyya lafaa maruu hortee keetiin eebbifama» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan naaf ajajanteef, sanyii teetiin gosi biyya adda addaa marti hin eebbifaman› jedheera» jedhe.