Genesis 22:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan jed'eeni, Gurba kanke takacha atini guddo jaalattu fuud'i, lafa Moria geesi, achi gaara ani si garsiisu irati isa sorio naa qali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma kee tokkocha jaalattu Yisaaqiin qabii gara biyya Mooriya'aa dhaqii gaara ani sitti mudhisu irratti ciincaa godhii naa dhiyeessi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Waaqi, «Ilma keeti tokkochuma jaalattu san Yisihaq fuudhiitii, lafa Moriiya'aa dhaqi! Gaara ani sitti mudhisu tokko irratti ciincaa godhii isa naaf dhikeessi» jedhe.