Genesis 22:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
abba Rebeka. Worri kuni saddeetanu nama Milkaani, oboleesa Abrahamu, ka Nahori jed'ani, d'alte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baatu'eel Ribqaa uumate; Milkaan namoota saddeetii kanniin obboleessa Abrahaamii Naakoorii deette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Butu'el Ribqaa uumate; isaan kana saddeeti, Miilkaan Naahorii obboleessa Abrahaamiitiif deette.