Genesis 22:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni waan jed'eeni, Womaniti, Waaqumati nuu kenna, kooti. Duuba worri lachu wolumaani iti d'aabate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaamillee, «Ilma kiyya! hoolaa ciinca'aa Rabbitu qopheessa» jedheen; isaan lachuu woliin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam deebisee, «Ilma kiyya, Waaqinuu hoolee ciincaa ciincessinu hin qopheessa» jedhe. Isaan lamaanuu woliin deemiisa itti fufane.