Genesis 23:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Efroniini hojja suni fullo dira suni keesa, fulla kora, worra Hiti d'ibi woliini tau jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eefroon ijoollee Keexi'ii jidduu jiraata'aa ture; namni Keexi'ii Eefroon, ijoolleen Keexi'iitii fi worri qachaa san keessa jiraatan maruu kana haga dhagayan
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Efroninuu addee wolgeyi'ii karra qacha'aa bira worra Heetotaa dhibii woliin tee'eeraayyu. Efroniin nama biyya Heetii kunille, Heetoti, worri achi jiranu marti adoo dhage'anuu, Abrahaamiin,