Genesis 23:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worra durati waan Efroniini jed'e, Na ch'aqasi, Efroni, anini oobru tante siraa bita, aka niiti tiyya iti awaalad'u, waan anini sii baasu fud'ad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uduu namni maruu dhagawu Eefrooniin, «Waan ani jedhu akka naa dhageettu si kadhadha; gatii lafa qonnaa sii kennaa atillee na irraa fudhadhu reeffa haadha manaa tiyyaa achitti awwaaladhaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan marti adoo dhage'anuu, Efroniin, «Yoo fedhii teeti teetee, na dhageette, ani gatii ficha'aa hin kenna, anarraa fudhadhu; anille reeffa niitii tiyyaa achitti awwaaladha» jedhe.