Genesis 23:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni, Hayye, jed'e, waan Efroniini, Naa baasi jed'e biyya durati kenneefi — qarsi d'ibba afuri, aka beese gaafasi bunat'uuni woini biimatu gula.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaamillee waan Eefroon jedheen dhagayee waan ijoollee Keexi'ii afo'otti isaan jedhe saqilii dhibba afurii laakkayee Eefroonii kenne; akkuma worri waa bitee gurguru godhu godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaamille dubbii Efronii fudhatee, haguma Efron adoo worri Heetota dhage'uu dubbate san, meetii dhibba afurii akkuma madaallii daldaltootaatitti madaalee kenneef.