Genesis 23:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasiini oobruuni Efroni, ta Makpela, ta Mamreeni ilaboru, ta Abrahamu taate — oobru, mukha ke jiru, goda wonti ke jira ch'ufti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qonni Eefroonii ka Maammiree afo'oo ka Abrahaamii ta'e; qonni isaa, gonni qonna bira jiru, munni naannoo lafa qonnaa jiru maruu
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka kanaan latti Efronii ta Makfelaa keessaa, ta Mamree irraa gara aduun baatu jirtu, fichaan sun goda isa keessa jirtuu fi mukoota irra jiranu mara woliin dabarfamee