Genesis 23:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Abrahamuuni niiti isaa Sara goda suni ka lafa Kanaani keesa jiruti awaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Maammiree Keebroon jedhamtu afo'otti qonna lafa biyya Kana'aanii goda daangaa lafa qonnaa keessatti reeffa Saaraa haadha manaa ufii awwaale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba, Abrahaam reeffa niitii ifii Saara'aa goda fichaa Makfelaa keessaa, ta Mamree irraa gara aduun baatu jirtu, lafa Kana'aanii Hebroon keessatti awwaale.