Genesis 23:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hebroni ta lafa Kanaani keesati doote; duuba Abrahamuuni guddo boheefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyyi sun Keebroonii Kana'aaniin keessa jirtu. Abrahaamillee guddisee gaddee Saara'aa booye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin kiriiyat-Arbaa ta «Hebroon» jedhantu, lafa Kana'aanii keessatti duute; Abrahaam isi'iif guddoo gaddee bowe.