Genesis 23:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Goda qota oobru tante keesa jiru Abrahamu gurguri jed'aani. Armumati gati isaa narati gaafad'a, aka godi suni fulla anini worra kiyya iti awaalu naa tahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eefroonii nama Sa'aarii goda lafa daangaa qonna isaa bira jirtu irraa ristii awwaalaa akka gatii guutu'uun natti gurguru naa kadhadhaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa isaa irraa goda Makfela'aa ta irga fichaa isaa akka naa gurguru gaafadha'a. Inni gatii guutu'uun lafa awwaalaa, addee isin jirtanutti naa gurguruu ti» jedhe.