Genesis 24:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojattu Abrahamuu kaani gaala Abrahamuu kud'ani fud'ate, lafa Mesopotamia, dira duri Nahoriini keesa tau d'aqe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan isaa sun gaallan gooftaa ufii keessaa kudhan fuudhee mi'a gooftaa ufii keessaa mimmishaa fuudhee gara Maasphexoomiya'aa gara qachaa Naakoorii deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba tajaajilaan sun gaalota goottaa ifii keessaa kudhan fuudhee, kennansa dadansaa goottaa ifii itti fe'ee, gara qachaa Naahor keessa le'uu, Aaram biyya bisaan lama oddu'uu dhaqe.