Genesis 24:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, Waaqa abba kiyya Abrahamuu, arra naa eebisi, abba kiyya Abrahamuu nahi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbii Waaqa gooftaa kiyya Abrahaamii si kadhadha, karaa naa qajeelchii na milkeessi; Abrahaamii garaa laafi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni daadimatee, «Mootii Waan Maraa, Waaqa goottaa kiyya Abrahaamii, adha yaada kiyya naa guutii, goottaa kiyya Abrahaamiifille jaalala keeti ka bara baraa mudhisi.