Genesis 24:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini fulla eela ta dubriti dira kana d'ufte bisaani woraabattuufi jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani kunoo boolla bisaanii kana bira dhaabadheera, durbi qachaa kanaallee bisaan woraabbachu'uuf garana dhufan;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani boolla bisaanii tana bira dhaabbatiisatti jira; durri kolbaa qachaa kanaalle bisaan woraabbatiisaaf as dhufiisatti jiran.