Genesis 24:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo isiini d'ufte, anini tokooni, Butte lafa keeyad'i, bisaani naa obaasi jed'aani. Yo isiini, D'ugi, gaala keetile bisaani inkenna naani jette, isiini niiti atini hojattu tante Isaaqo fohate ha taatu. Yo wonti kuni taate, anini aka atini kakhu sifi Abrahamu jiddu jirtu jabeesitu beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mucattiin bareenni ani ‹ottee tee gad qabii bisaan na obaasi› jedhuun, ta isiinillee ‹atillee dhugi; gaallan keellee sii obaasaa› naan jettu sun ta ati garbicha kee Yisaaqii qopheessite haa taatu; akka ati gooftaa kiyya Abrahaamitti jaalala kee ka bara baraa mudhifte kanaan beekaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa takkatti'iin, ‹Maganne'ee, bisaan unaa, okkotee teeti gad naaf qabi› hin jedhaan; isiille, ‹Uni, ani gaalota keetille hin obaasa› yoo anaan jette, isiin tun ta ati garbicha keeti Yisihaqiif filatte teetuu ti. Tanaan ani akka ati jaalala keeti ka bara baraa goottaa kiyya Abrahaamiif mudhitte hin beeka» jedhe.