Genesis 24:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi hojattu Abrahamuu kaani fuula ke d'ufe waan jed'eeni, Bisaani anini d'ugu butte tante keesaa naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjataan gara isi'ii fiigee, «Bisaan na obaasi» jedhee isii kadhate; isiinillee, «Gooftaa kiyya dhugi» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba tajaajilaan sun ariiti'iin gara isi'ii dhaqee, «Maganne'ee, okkotee teeti keessaa bisaan diqqaa isaa na obaas» jedhe.