Genesis 24:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni bisaani d'uge jennaani, waan isiini jette, Eegi, gaala keetile bisaani woraabe obaasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga isa obaafteen maayessa «Gaallan teellee akkasuma haga dhuganii dheebisa bayanitti hin woraaba» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dheebuu bayeen duuba, isiin, «Gaalota keetiifille haga isaan dheebuu bayanutti hin woraabaaf» jetteen.