Genesis 24:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya toko Abrahamuuni waan namicha hojattu isaati matatiini jed'e, Jiddu gudeeda kiyya lamaani harka keeyad'i, kakhad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam jaarsa hojjataa mana isaa hojjatuun
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam namoota mana isaa keessaa tajaajilaa ifii ka irra caalaa jaarsichaa, ka waan inni qabu mara irratti baalli qabuun, «Kakatiisaaf harka keetiin gudeeda kiyya qabadhu.