Genesis 24:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi kaani ch'allise eje intala ilaale, aka aka Waaqi huji isaa eebisu argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichillee xiinxallee isii laala'aa ture; Rabbi akka isa milkeessee fi isa hin milkeessine beeku'uuf cadhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichille, waan inni dhaqeef, akka Mootiin Waan Maraa isaaf milkeesse mirkaneeffatiisaaf, cadhisee isii ilaale.