Genesis 24:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, D'ale, atini ta eenu? Mana keesani keesa fullaani anaafi waheli kiyya bulu jirti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ta eennuuti? mee natti himi, mana abbeetii huleen bulan jiraa?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati intala eennuu ti? Maganne'ee natti himi; anii fi worri na woliin jiru akka bulluuf mana abbaa keetii keessa addeen bulti'ii jirtii?» jedhe.