Genesis 24:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Intalti taani ch'eete mana haad'a d'at'e dubbi taani ch'ufa iti himte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mucattiinillee fiiddee gara mana haadha ufii galtee waan kana maraa haadhatti himte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba intalti rukkittee, waan te'e mara namoota mana haadha isi'iititti hinte.