Genesis 24:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti ani fed'u, aka atini maqa AABBO Waaqa, Waaqa lafafi gubbatiini kakhattu, aka atini gurba kiyya dubra gosa Kanaani inkad'anneefi fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Koottu harka keetiin gudeeda kiyya qabi akka ati ijoollee worra Kana'aanii ka ani woliin jiraata'aaru keessaa ilma kiyyatti intala hin fuune maqaa Rabbii Ardi'ii fi Sami'iitiin si kassiisaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati dubartoota worra Kana'aanii worra ani odduu isaanii le'u kana keessaa, ilma kiyya akka hin fuusinneef, Mootii Waan Maraa Waaqa ol-gubba'aa fi lafaatiin si kakachiisa!