Genesis 24:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Labaniini yayu qubefi mirga worqi ka oboleetiini isaa ufira qabdu kaani arge, ammalle waan namichi jed'eeni ch'ufa d'agaye. Inni namicha hojattu Abrahamu kaani ka fulla afaani eela ejuuni bahe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
waan obboleettiin isaa Ribqaan itti himte haga dhagaye hennaa inni gara namichaa dhaqu namichi sun burqaa bisaanii biratti gaallan woliin jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qubee funnaaniitii fi irmuura harka obboleettii ifii irratti dhaggee, waan namichi isi'iin jedhelle hintuun dhage'ee, gara namichaa dhaqee boolla bisaanii cinaa gaalota bira dhaabbatuun isa dhagge.