Genesis 24:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi mana keesa seene, ammo Labaniini alati hafe gaala hiikhe okhayafi sagale d'ibi kenneefi. Ammalle namichi bisaani worri miila d'iqatu fuud'e, hojattu Abrahamutiifi wahela isaati kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namichillee gara manaa dhaqe; Laabaan gaallan hiikee okayaa fi buraa kenneef; namichaa fi worra isa woliin jiraniillee bisaan lukaa kenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namichi gara manaa dhaqe; Laabaalle fe'iisa gaalota irraa hiikee, hicaace'ee fi buuyyoo okeyaa kenneef. Achiin duuba namichaa fi worra isa woliin jiranuuf bisaan miilaa kenne.