Genesis 24:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sagaleeni worraa d'umnaani namichi waan jed'e, Anini sagale tana inyaad'u, haga waan jechu male jed'uuti. Labaniini waan jed'eeni, Jed'i, waan jechu feetu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni dhiyana dhiyeessinaaniif «Hajaa bayeef uduu hin milkoofne hin nyaadhu» jedheen; Laabaan, «Hajaa kee himadhu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa sagaleen dhikaate, namichi ammoo, «Waan dhufeef haga himutti hin nyaadhu» jedhe. Laabaan, «Nutti himi ree» jedheen.