Genesis 24:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni, aka anini dubbi isaa guutu, na kakhachiise waan naani jed'e, Ilma kiyya lafa Kanaani keesa dubra inkad'atiiniifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan kiyya Abrahaam akkana jedhee na kassiise, biyya ani keessa jiru tana keessaa ilma kiyyatti intala hin fuudhin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan kiyya na kakachiisee, ‹Lafa Kana'aanii, ta ani keessa le'u keessaa ilma kiyya niitii hin fuusisin;