Genesis 24:39 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba waan anini Abrahamuuni jed'e, Yo intalti na gula galu didde ho?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani gooftaa kiyya Abrahaamiin ‹maal laataa mucattiin yoo na faanaa dhufuu didde hoo?› jedheen
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille goottaa kiyyaan, ‹Yoo intalti na faana dhufuu dhadde maan godha?› jedhee gaafadhe.