Genesis 24:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa anini iti d'alad'e d'aqi, gurba kiyya Isaaqo dubra kad'ad'u, aka inni fiit'a tiyya keesa dubra fuud'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu gara biyya tiyyaa ta ani keessaa dhaladhee dhaxxee ilma kiyya Yisaaqii intala naa fiddaa» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo gara biyya tiyyaatii fi gosa tiyyaa deemiitii ilma kiyya Yisihaqiif niitii barbaadii fidi» jedhe.