Genesis 24:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan naani jed'e AABBO Waaqi, ka anini maro ch'ufa dubbi isaa ch'aqase, malaika ufii si woliini erge waan ch'ufa sii guuta, aka atini gurba kiyya intala miilo tiyya, ta fiit'a aabboo, kad'atuufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, ‹Rabbiin jireenna kiyya beeku maleekkaa ufii si woliin erga; karaa keellee sii qajeelcha; mucaa kiyya gosa kiyya mana abbaa kiyyaatii intala itti fuutaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni deebisee, ‹Mootiin Waan Maraa ka ani yennaa mara tajaajile, ergamaa ifii si woliin ergee ideensa keeti hin milkeessa, atille kolbaa abbaa kiyyaatii fi fira kiyya keessaa ilma kiyyaaf niitii hin fidda.