Genesis 24:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini arra fulla eela d'ufe jennaani Waaqa yaamad'e waan jed'e, AABBO Waaqa, Waaqa abba kiyya Abrahamu, atini imaltu tiyya tana naa eebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani adha gara boolla bisaanii dhufee ‹Rabbii gooftaa kiyya Abrahaamii, adha yoo karaa naa qajeelchitee jiraatte
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani adha gara boolla bisaanii yennaa dhufe, ‹Mootii Waan Maraa, Waaqa Abrahaamii goottaa kiyyaa, yoo fedha keeti teete, waan ani dhufeef kana naa milkeessi.