Genesis 24:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini amma kuno, fulla eela jira. Hojja intalti dubraa bisaani woraabachu d'uftu, anini bisaani d'ugu butte tante keesaa naa kenni jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kunoo ani boolla bisaanii bira dhaabadheera; mucattiin bareedduun bisaan woraabu'uuf dhuftu yoo ani ottee keessaa bisaan na obaasi› jedhuun
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani boolla bisaanii bira as dhaabbatiisatti jira; intala bisaan woraabbatiisaaf dhuttu takkaan, «Maganne'ee okkotee teeti keessaa bisaan diqqaa isaa na obaas» jedhee hin gaafadha;