Genesis 24:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato anini garaa kiyya keesa tae Waaqa kad'achu jiru, Rebekaani ta butte dudda ira qabdu eela d'ufte bisaani woraabatte. Waan anini jed'eeni, Bisaani na obaasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
uduu ani yaada garaa kiyyaa dubbadhee hin fixanne Ribqaan ottee baadhattee dhuftee gara boolla bisaanii buutee bisaan woraabde.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gadhaa kiyya keessatti daadimadhee adoo hin fixinuu, Ribqaan okkotee ifii ba'atte dhutte; isiin gara boolla bisaanii gad dhaxxee bisaan woraabbatte. Anille isi'iin, ‹Maganne'ee bisaan na obaas› jedheen.