Genesis 24:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
jilbifad'e AABBO Waaqa yaamad'e maqa AABBO Waaqa guddise, Waaqa abba kiyya Abrahamu faarse, ka kara na hare worra fiit'a isaati na qajeelche, aka anini dubra worraa ilma isaati kad'ad'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee gad jedhee Rabbii sagadee ‹Rabbii Waaqa gooftaa kiyya Abrahaamii, mucattii obboleessa isaa ilma gooftaa kiyya Abrahaamii akka fiduufiif karaa naa qajeelchee bira na geesse galanni haa gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
gad jedhee Mootii Waan Maraatiif sagade. Mootii Waan Maraa, Waaqa Abrahaamii goottaa kiyyaa, ka intala obboleessa goottaa kiyyaa fuudhee ilma isaatiif akka ani geessuuf na sooresse leellise.