Genesis 24:49 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma hojja isani Abrahamuu naatani waan dansa isa tolchu feetani, nati hima, yo tolchule imfeene nati hima, aka anini waan armaa achi tahu beekhu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee yoo ka dhuga'aan waan mishaa gooftaa kiyya Abrahaamii gootan ta'e natti himaa'a bita'aa fi mirgallee hin jedhu gara Rabbi na qajeelche deemaa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma, gadhi-laafumma'aa fi addatamummaa goottaa kiyyatti yoo mudhittanu teete, natti hima'a; yoo hin mudhinne teetelle natti hima'a; anille waan godhu hin murteeffadha» jedhe.